Wongeela Maatewos 13:4 - WAADAA LAMMATAA4 Innillee uduu facaasu, sanyiin gariin karaa keessa bu'e. Simbirroonnillee dhufanii qocatanii nyaatan. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa4 Yoo facaasutti'llee sanyiin tokko tokko karaa biratti bu'eeti, sinbirroonni dhufanii ni nyaatan. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu4 Inni uduu facaasu sanyiin gariin karaa keessa bu'e. Simbirroonnillee dhufanii qocatanii nyaatan. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |