Wongeela Maatewos 13:3 - WAADAA LAMMATAA3 Akkana jedheeti mammaakaan waan hedduu isaanitti himuu jalqabe, «Caqasaa'a! Namichi tokko sanyii facaasu'uuf baye. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa3 Saniin duubatti'llee wonittoota baayi'ee fakkeennaan akkana jedha'aa, isaanitti himuu jala ni qabe, «Kunoo! Qotee bulaan tokko sanyii facaasu'uuf ni baye. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu3 Akkana jedhee mammaakaan waan hedduu isaanitti himuu jalqabe, «Caqasaa'a! Namichi tokko sanyii facaasu'uuf baye. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |