Wongeela Maatewos 13:2 - WAADAA LAMMATAA2 Gumiin hedduun isa biratti wolgayan; Yesuus yabala keessa seenee barsiisu'uuf taa'e; gumiin hedduu qarqara bisaanii dhaabataniiran. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa2 namoonni baayi'een gara isaa dhufanii wolgayuu isaaniitiin hoboloo irra bayee ni taa'e, ummanni marri'llee garba ciisaa bira dhaabatanii ni jiran turan. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu2 Gumiin hedduu isa biratti wol gayan; Yesuus yabala keessa seenee barsiisu'uuf taa'e; gumiin hedduu qarqara bisaanii dhaabataniiran. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |