Wongeela Maatewos 10:2 - WAADAA LAMMATAA2 Maqaan ergamtoota kudha lamaan kanniinii ka duraa, Simoonii «Pheexroos» jedhamu fi obboleessa isaa Indiriyaas; ilmaan Zabdiwoosii, Yaaqoobii fi obboleessa isaa Yohaannis; အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa2 Tarreen maqaa barattoota kudha lamaanii'llee akka itti aanee jiru, jalqaba Phexiros ka jedhame Simoonii fi obboleessi isaa Indriyaas, ijoolleen Zabdiyoosii Yaaqoobii fi Yohaannis, အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu2 Maqaan ergamtoota kudha lamaan kanniinii ka duraa Simoonii «Pheexroos» jedhamee fi obboleessa isaa Indiriyaas; ilmaan Zabdewoosii Yaaqoobii fi obboleessa isaa Yohaannis, အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Pheexroos ergamaa Yesuus Kiristoosii ta'e irraa worra baqattoota worra biyya Pheenxoosii, Galaatiyaa, Qaphadooqiyaa, Isiya'aa fi Bitaaniyaa keessa faca'anii jiraataniif, worra akka beekkomsa Rabbii Aabbaatiin beekkamtanii filatamtan, worra Yesuus Kiristoosii ajajamu'uuf dhiiga isaatiin biifamtanii qulqullaayu'uuf Ayyaana Woyyu'uun woyyoomtaniif; Ayyaanninii fi nageenni isinii haa guddatu.