Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Wongeela Luqaas 8:2 - WAADAA LAMMATAA

2 Kudha lamaanillee isa woliin turan; worra dhibee irraa fayyan keessaa dubartoonni gari gariin worra ayyaana hama'aa fi dhukkuba irraa fayyan keessaa Maariyaamii magidalaa ta jedhamtu ta seexanni torbaa keessaa baye,

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Waadaa Haarawa

2 Akkuma kana hafuura battiiwwan irraa worri gad dhiifamanii fi dhibee irraa dubarttoonni fayyan'llee Yesusiin ni horddofaniin turan, isaan'llee jinniiwwan torbaa ka isii keessaa bayeef Maariyam Magdalaawittii ta jedhamtte,

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

2 Darasoonni kudha lamaanillee isa woliin turan; worra dhibee irraa fayyan keessaa dubartoonni gari gariin worra ayyaana hama'aa fi dhukkuba irraa fayyan keessaa Maariyaamii Magidalaa ta jedhamtu ta seexanni torbaa keessaa baye,

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Wongeela Luqaas 8:2
11 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Gurri isaallee biyya Sooriya'aa maratti dhagayame. Kanaafuu worra dhibamanii, dhukkuba adda addaatiin rakkatan, worra jinniin qabeeru, worra dhukkuba gaggabdo'oo qabanii fi ka qaamni isaanii laamshaye maraa gara isaa fidan. Yesuusillee isaan fayyise.


Sambanni haga lufeen maayii Maariyaamiin Maqidalaa, Maariyaamiin haati Yaaqoobiitii fi Saloomeen nafa Yesuusiitiif Urgoodibu'uuf bitan.


Yesuus jalqaba torbaanii, [guyyaa Sambata gudda'aa] ganama barii hennaa du'aa ka'e, dura Maariyaamii qachaa Magidala'aa, ta inni ayyaanota hamoota torba keessaa baaseetti mudhate.


Banii san keessaa dubartoonni hedduu booyaa boochisaa isa faanaa deeman.


Worri isa beekan maruu, Dubartoonni Galiila'aa isa faanaa dhufan maruu fagoo dhaabatanii waan kana laala'aa turan.


Dubartoonni Yesuusiin woliin Galiila'aa dhufanillee isa faana deemanii awwaalaaf reeffallee attamitti akka kaayan argan.


Yesuus, «Maqaan kee eennu?» jedhee gaafannaan, jinniiwwan hedduu waan itti galeeruuf, «Maqaan kiyya Leegewoon» jedhee deebise.


Haata'uu ammoo fannoo Yesuusii biratti, haadha isaa, obboleettii isaa, haadha, haadha manaa Qalayoophe'ee, Maariyaamii Maqidaala'aatii fi Maariyaamillee achi dhaabatanii turan.


Kunniin maruu dubartootaa fi haadha Yesuusii Maariyaamii fi obboleeyyan woliin yaada tokko ta'anii faateffachu'uun jabaatan.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ