Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Wongeela Luqaas 6:3 - WAADAA LAMMATAA

3-4 Yesuus akkana jedhee isaanii deebise, «Daawiti hennaa beelaye inni namoota isa woliin jiran woliin, gara mana Rabbii akkuma seeneen gadoota malee ka namoonni biraa nyaatuun isaanii hin malle xoroshoo ciinca'aa fuudhee akka nyaate worra isa woliin jiraniillee akkasuma akka kenneef hin dubbifne?» jedhe.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Waadaa Haarawa

3 Yesus'llee akkana jedhu'uun isaaniif ni deebise, «Isaaf namoonni isaan woliin turan'llee yeroo beelayanitti, Waan Daawiiti raawwate isin hin dubbiffine moo?

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

3-4 Yesuus akkana jedhee isaanii deebise, «Daawiti hennaa beelaye inni namoota isa woliin jiran woliin, gara mana Rabbii akkuma seeneen gadoota malee ka namoonni biraa nyaatuun isaanii hin malle xoroshoo ciinca'aa fuudhee akka nyaate worra isa woliin jiraniillee akkasuma akka kenneef hin dubbifne?» jedhe.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Wongeela Luqaas 6:3
10 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Kanaaf Yesuusiin, «Ati waan ijoolleen tun jettu hin dhageettuu?» jedhaniin. Yesuus, «Ee hin dhagaya; isin sirimaa, ‹Afaan ijoolle'eetii fi daa'imman harma hootu irraa galata ufiif qopheeffatte› ka jedhu hin dubbifnee?» isaaniin jedhe.


Isin barreeffama Woyyuu keessatti ‹Dhagaan worri mana ijaaru tuffate dhagaa dhagaa maraa caalaa barbaadamu ta'e. Wonti kun waan gooftaan hojjate; ija teennaafillee baasa› kitaaba jedhu hin dubbifnee?» jedhee gaafate.


Rabbi waan worra du'aa ka'anii kitaaba Muuse'ee keessatti hulee waan saato'oo dubbatutti, ‹Ani Waaqa Abirahaamii, Waaqa Yisaaqiitii fi, Waaqa Yaaqoobii ti› jedhe.


Waan du'aa ka'uu worra du'ee, waan Rabbii isiniin jedhe isin hin dubbifnee? Inni, ‹Ani Waaqa Abrahaamii, Waaqa Yisihaaqiitii fi Waaqa Yaaqoobii ti› jedheera. Inni Waaqa worra jiraattotaati malee, Waaqa worra du'ootaatii miti.» isaaniin jedhe.


Yesuus, «Isin barreeffama Woyyuu keessatti, ‹Dhagaan worri mana ijaaru tuffate, inni dhagaa dhagaa maraa caalaa barbaadamu ta'e; kun Goofta'an ta'e, Ija keennaafillee waan baasaa ti!› Ka jedhu horomaa hin dubbifnee?


Yesuus deebisee, «Rabbi jalqaba, ‹Dhiiraa fi dubartii› taasisee isaan uume.»


Inni guyyaa afurtamaa fi halkan afurtamaa haga soomeen maayessa hin beelaye.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ