Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Wongeela Luqaas 6:2 - WAADAA LAMMATAA

2 Fariisota keessaa namoonni gari gariin, «Isin maaliif waan guyyaa Sambataatiin godhamuun hin malle gootan?» jedhanii isaan gaafatan.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Waadaa Haarawa

2 Fariisota keessaa tokko tokko barattoota isaatiin, «Guyyaa Sanbbataatiin raawwatamuu waan hin malle, maali'iif raawwattan?» isaaniin jedhan.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

2 Fariisota keessaa namoonni gari gariin, «Isin maaf waan guyyaa Sambataatiin godhamuun hin malle gootan?» jedhanii isaan gaafatan.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Wongeela Luqaas 6:2
14 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Fariisoonni kana arganiiti, Yesuusiin «Kunoo, darasoonni tee guyyaa Sambataatiin waan seerri hin kennine godha'aaran» jedhaniin.


Guyyaa Sambataatiin waan kana waan godheef Yihuudonni Yesuusiin reebanii ajjeesu'uuf soqa'aa turan.


Fariisoonnillee guyyaa Sambata Diqqa'aa «Waan Seeraan dhooggame maaf godhan?» jedhaniin.


Namoonni gariin Yesuusiin, «Darasoonni Yohaannisii hennaa hedduu sooma'aa faateffatan. Darasoonni fariisotaallee akkasuma godhan, darasoonni tee ammoo hin nyaatan, hin dhuganille'e» jedhaniin.


«Darasoonni kee maaf aadaa manguddootaa hin kabajjine? isaan hennaa xoroshoo nyaatan harka ufii hin dhiqatan!» jedhaniin.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ