Wongeela Luqaas 5:8 - WAADAA LAMMATAA8 Simoon Pheexroos ammoo kana hennaa arge jilba Yesuusii jalatti kufee, «Gooftaa'a, ani cubbama'a natti hin dhiyaatin!» jedheen. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa8 Simoon Phexiros'llee kana yeroo argetti Yesusiin duranatti jilbbiiffatee, «Yaa Gooftaa, ani cubbamaa waan ta'eef gara kiyya hin dhiyaatin!» jedheen. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu8 Simoon Pheexroos ammo hennaa kana arge jilba Yesuusii jalatti kufee, «Gooftaa'a! ani cubbama'a; natti hin dhiyaatin!» jedheen. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |