Wongeela Luqaas 5:7 - WAADAA LAMMATAA7 Hiriyyoonni isaanii worri yabala biraa keessa turan dhufanii akka isaan gargaaran harkaan haatatan. Isaanillee dhufanii yaballan lamaanuu haga liqimffamuu gayutti guutan. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa7 Kanaaf waaheloota isaanii ka hoboloo bira'aa irra turan dhufanii akka isaan gargaaraniif ijaan isaan ni waaman, isaan'llee dhufanii haga hoboloowwan lamaan liqimfamu'uuf muraafnni isaan hafutti, qurxummi'iin isaan ni guutan. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu7 Hiriyyoonni isaanii worri yabala biraa keessa turan dhufanii akka isaan gargaaran harkaan haatatan. Isaanillee dhufanii yaballan lamaanuu haga liqimfamuu gayutti guutan. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |