Wongeela Luqaas 5:4 - WAADAA LAMMATAA4 Haga dubbii ufii fixateen maayessa Simooniin, «Gara bisaan xiilla'aa sissiitii, qurxummii qabu'uuf siibota keessan gadi darbaa'a» jedheen. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa4 Haasaya isaa eega xumureen duubatti'llee Simooniin, «Hoboloo gara garba ciisaa gad fago'oo achi fageessii atii fi waaheloonni kee qurxummii qabu'uuf, tabbaarrii keessan darbadhaa» jedheen. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu4 Haga dubbii ufii fixateen maayessa Simooniin, «Gara bisaan xiilla'aa sissiitii, qurxummii qabu'uuf siiboo keessan gad darbaa'a» jedheen. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |