Wongeela Luqaas 5:3 - WAADAA LAMMATAA3 Yabala Simoonii keessa seenee, Lafa irraa diqqoo gara galaanaa keessa akka siissu isa kadhate. Achiin maayii Yabalattii irra taa'ee Banii barsiisa'aa ture. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa3 Yesus'llee hoboloowwan keessaa gara takkati'ii gara ka Simoonii taatee irra ni baye. Simooniin'llee, «Hoboloo kana arddii lafa gara garba ciisa'aa muraasa naa hiissi mee!» ni jedheen. Kanaan duubatti'llee hoboloo irra taa'ee, ummata barsiisuu, jala ni qabe. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu3 Yabala Simoonii keessa seenee lafa irraa diqqoo gara galaanaa keessa akka siissu isa kadhate. Achiin maayii Yabalattii irra taa'ee banii barsiisa'aa ture. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |