Wongeela Luqaas 5:1 - WAADAA LAMMATAA1 Baniinillee dubbii Rabbii dhagayu'uuf wol dhiibaa uduu jiran inni qaccee galaana Geensaareexii dhaabatee ture. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa1 Guyyaa tokko Yesus garba ciisaa Geensaareexii bira dhaabatee uduu jiru namoonni baayi'een gara isaa dhiyaatanii, dubbii Waaqaa dhagayu'uuf wol ni hacuucan ture. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu1 Baniin dubbii Rabbii dhagayu'uuf hennaa wol dhiiba'aa jiran inni qaccee galaana Geensaareexii dhaabatee ture. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |