Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Wongeela Luqaas 14:3 - WAADAA LAMMATAA

3 Yesuus deebisee, «Guyyaa Sambata diqqa'aatiin nama fayyisuun eeyyamameera moo? hin eeyyamamne?» jedhee barsiisota Seeraatii fi Fariisota gaafate.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Waadaa Haarawa

3 Yesus'llee barsiisota seeraatii fi Fariisotaan, «Guyyaa Sanbbataatiin fayyisuun seeraan eeyyamamee jira moo? yookiin hin eeyyamamnne?» jechu'uun, isaan ni gaafate.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

3 Yesuus deebisee, «Guyyaa Sambataatiin nama fayyisuun eeyyamameera mo'o hin eeyyamamne?» jedhee barsiisota Seeraatii fi Fariisota gaafate.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Wongeela Luqaas 14:3
10 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Namichi harka naafate tokko achi jira. Jarri Yesuusiin himatu'uuf soqan gariin, «Guyyaa Sambata diqqa'aatiin isa fayyisuun seerumaa?» jedhanii isa gaafatan.


Achiin maayessa Yesuus isaaniin, «Ani waa isin gaafadha: Seerri keenna guyyaa Sambataatiin maal akka goonu nu ajaja? waan mishaa moo waan hama'a? Lubbuu fayyisu'u moo ajjeesu'u?» isaaniin jedhe.


Achiin maayii inni isaaniin, «Guyyaa Sambataatiin waan mishaa godhu'u moo waan badaa godhutu Seeraan kennameera? Lubbuu fayyisu'u moo ajjeessu'u?» jedhe. Isaan ammoo hin cadhisan.


Namni Sambataan gadoome yoo seera Muusee hin dinee, Ani Sambataan nafa namaa guutuu fayyise'eef naan loltanii?


Isaan keessaa, namichi Seera Muuse'ee beeku tokko, isa qoratu'uuf jedhee,


Fariisoonni kana arganiiti, Yesuusiin «Kunoo, darasoonni tee guyyaa Sambataatiin waan seerri hin kennine godha'aaran» jedhaniin.


Hennaa san namichi garaan bokoke tokko isa afoo ture.


Isaan ammoo hin cadhisan. Innillee namicha qabee fayyiseeti geegesse.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ