Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Wongeela Luqaas 13:1 - WAADAA LAMMATAA

1 Hennaa san namoonni gara Yesuusii dhufanii, namoonni Galiila'aa hennaa ciincaa dhiyeessan, Philaaxoos isaan ajjeesee dhiiga isaanii ciincaa isaan Rabbiif dhiyeessan woliin wolitti make jedhanii Yesuusitti himan.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Waadaa Haarawa

1 Yeroo sanitti namoonni gara Yesusii dhufanii, «Namoonni Galiila'aa ciinccaa yeroo dhiyeessanitti Philaaxos isaan ni ajjeese, dhiiga isaanii'llee ciinccaa isaaniitiin wolitti ni make» jechu'uun, itti ni himan.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

1 Hennaa san namoonni gara Yesuusii dhufanii, «Namoonni Galiila'aa hennaa ciincaa dhiyeessan, Philaaxoos isaan ajjeesee dhiiga isaanii ciincaa isaan Rabbiif dhiyeessan woliin wolitti make» jedhanii Yesuusitti himan.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Wongeela Luqaas 13:1
8 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Achiin maayessa bara namoota laakkayan keessaa, Yihuudaan Galiila'aallee ka'ee namoota hedduu ufitti kutatee shifte. Innillee hin bade. Worri isa woliin jirullee maruu hin bittinnaayan.


Yesuusiin hidhanii gara bulchaa Philaaxoos Pheenxanichaatitti dabarsanii kennan.


Haga lafti bari'e bulchoonni gadootaatii fi manguddoonni gumi'ii maruu Yesuusiin ajjeesu'uuf mari'atan.


«Namoota Galiila'aa, maaf dhaabattanii gara sami'ii laaltan? Yesuusiin isin biraa gara sami'ii baye kun akkuma hennaa deemu argitan akkasuma deebi'ee hin dhufa» isaaniin jedhe.


«Kunniin worri akkana dubbatu maruu namoota Galiila'aatii mii?


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ