Gara Worra Filiphisiiyusii 4:6 - WAADAA LAMMATAA6 Waa maraanuu Rabbiin kadhatu'uu fi waan kaawwaniitiifillee galata woliin, Rabbiin biratti kadhata keessan beessifadhaa'a malee, waan tokkoofillee hin dhiphatinaa'a. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa6 Kanaaf waayee waan maraatiifuu kadhanna'aan, kadhachu'uu fi galataan Waaqaaf dhiyeessaa malee, waayee woma kamiitiifuu hin sarddaminaa. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu6 Waa maraanuu Rabbiin kadhatu'uu fi waan kaawwaniitiifillee galata woliin, Rabbiin biratti kadhata keessan beessifadhaa'a malee, waan tokkoofillee hin dhiphatinaa'a. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |