Gara Worra Filiphisiiyusii 3:6 - WAADAA LAMMATAA6 Waan hinaaffa'aa yoo gaafattan, woldaa Kiristaanaa balleessu'uuf ari'a'aa ture. Waan qajeellummaa seeraan argamu yoo na gaafattan mudaa malee ture. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa6 Waayee Seera duraniitiif hinaafu'uun'llee yoo ta'e, amantoota woldaya amaniti'ii ni ari'a ture. Seera eeguun waayee qulqullaawomnnaa'llee yoo ta'e, ashaa malee ni jiraadha ture. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu6 Waan hinaaffa'aa yoo gaafattan, woldaa Kiristaanaa balleessu'uuf ari'a'aa ture. Waan qajeellummaa seeraan argamuu yoo na gaafattan mudaa malee ture. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |