Gara Worra Filiphisiiyusii 3:19 - WAADAA LAMMATAA19 Dhumti isaanii badi'i. Waandhi isaanii garaa isaaniiti, ulfinni isaanii shiingaa isaaniiti; yaanni isaanillee woma lafaatti. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa19 Isaaniif Waaqinni isaanii garaa isaaniiti, wonitti saalfachiisaa ta'e isaaniif ulfinna isaaniiti, yaadinni isaanii'llee ka xiyyeeffatu waan arddiilessa irratti, kanaaf muummeen isaanii badi'i. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu19 Waandhi isaanii garaa isaaniiti, ulfinni isaanii shingaa isaaniiti; yaanni isaanillee woma lafaati; dhumti isaanii badi'i. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |