Mudhata Yohaannisii 9:4 - WAADAA LAMMATAA4 Isaanillee namoota kallacha isaanii irra chaappaan Rabbii hin jirre callaa akka miidhan ajaje malee, waan lafa irra jiru maraa waan lalise yookiin muka kamiinillee akka hin miine isaanitti himan. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa4 Marga arddi'ii ta'ee wonittoota lalise kamiinuu yookiin muka kamiinuu akka hin miineef isaanitti ni himame, miidhuun ka qaban garuu kallacha isaanii irratti chaaphaa Waaqa namoota hin qabnne qofa ture. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu4 Isaanillee namoota kallacha isaanii irra chaappaan Rabbii hin jirre callaa akka miidhan ajaje malee, waan lafa irra jiru maraa, waan lalise yookaan muka kamiinillee akka hin miine isaanitti himan. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |