Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Mudhata Yohaannisii 9:18 - WAADAA LAMMATAA

18 Badiin sadiin afaan isaanii ibiddaaf, aara dhagaa ibiddaatiin ajjeefame.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Waadaa Haarawa

18 Ibidda afaan isaaniitii baasaniin, aaraa fi dinni'iin, balaawwan kanniin sadiin kanaan, fiixaan ilma namaa harka sadihi keessaa harki tokko ni ajjeefame.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

18 Badiin sadiin afaan isaanii ibiddaa fi aara dhagaa ibiddaatiin ajjeefame.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Mudhata Yohaannisii 9:18
9 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Maleekkaan sadaffa'aallee xurumbaa afuufe. Urjiin guddaan akka shawa'aa gubatu sami'ii darbame. Lagootaaf bisaan burqa'aa sadi keessa harki tokko irratti kufe. Maqaan urji'iille Irreetoo jedhama.


Bisaanillee sadi keessa harki tokko hin hadhaaye. Waan hadhaayeef miidhaa bisaaniitiin namoonni hedduu du'an.


Maleekkaan arfaffa'aa Xurumbaa afuufe. Aduun sadi keessaa harki tokko, addeessi sadi keessa harki tokko, urjiiwwan sadi keessaa harki tokko dhayame. Harki sadihii kunniin akka dukkanaawu guyyaan sadi keessa harki tokko akka ifu akkasuma ka halkaniillee'e.


Maleekkaan duraa xumbaa afuufe baradaa dhiigaan makameef ibiddatu uumame. Innillee gara lafaa darbame. Lafti harka sadi keessaa tokko hin gubatte. Munnillee harka sadi keessaa tokko hin gubate. Margi lalise maruu hin gubate.


Maleekkaan lamaffa'aallee xurumbaa afuufe. Gaarri waan akka ibidda qilleensaatiin gubatu fakkaatu gara galaanaa gadi gatame, galaanni harka sadi keessaa tokko dhiiga ta'e.


Uumamni lubbu qabeeyyiin galaana keessa jiraatan keessaa sadi keessaa harki tokko hin du'e. Markabni sadi keessaa harki tokko hin bade.


Maleekkoonni afurii namoota sadi keessaa harka tokko akka ajjeessan, sa'aatii, guyyaa, ji'aa fi wogga'aafillee worri qophaayanii turan hin hiikkaman.


Farado'oo fi worra faradoo yaabbatanillee akkasuma manaabaan arge. Uffata diimaa akka ibiddaa gurraacha akka baddeessa'aa, boora akka bookaa fakkaatu qaban. Mataan Faradoo sanniinii akka mataa Leencaati. Afaan isaanii keessaa holataan dhagaa ibiddaa baye.


Baalliin farado'oo afaan isaaniitiif eegee isaanii irra waan ta'eef, eegeen isaanii bofa fakkaata. Mataallee hin qaban, sanniinillee hin miidhan.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ