Mudhata Yohaannisii 8:9 - WAADAA LAMMATAA9 Uumamni lubbu qabeeyyiin galaana keessa jiraatan keessaa sadi keessaa harki tokko hin du'e. Markabni sadi keessaa harki tokko hin bade. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa9 garba ciisaa keessa ka jiraatan uumamittoota lubbuu qaban keessaa'llee harka sadihi keessaa harki tokko ni du'an, harka sadihi keessa harki tokkoon dooniiwwanii'llee ni dhabame. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu9 Uumama lubbu qaban ka galaana keessa jiraatan keessaa harka sadihi keessaa harki tokko hin du'an; Markaboonnillee harka sadihi keessaa harki tokko hin barbadaaye. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |