Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Mudhata Yohaannisii 8:8 - WAADAA LAMMATAA

8 Maleekkaan lamaffa'aallee xurumbaa afuufe. Gaarri waan akka ibidda qilleensaatiin gubatu fakkaatu gara galaanaa gadi gatame, galaanni harka sadi keessaa tokko dhiiga ta'e.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Waadaa Haarawa

8 Maleyikkaan lamaffaa'llee xurunbbaa isaa ka laali'ii ni afuufe, gaara guddaa wonitti fakkaatu bobaya'aa gara garba ciisa'aa titti ni gatame, harka sadihi keessaa harki tokkoon garba ciisa'aa'llee diigaa ni ta'e,

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

8 Maleekkaan lammeesso'oollee xurumbaa afuufe. Gaarri waan akka ibidda qilleensaatiin gubatu fakkaatu gara galaanaa gadi gatame; galaanni harka sadihi keessaa tokko dhiiga ta'e.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Mudhata Yohaannisii 8:8
13 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Dhugaa isiniin jedha; eennullee garaa ufii keessatti uduu hin mamin amanti'iin, gaara kanaan, ‹Asii buqqa'ii, gara galaanaa darbami› yoo jedhe hin ta'aaf.


Ji'oota raanni kun dubbatamu roobni akka hin roobneef samii cufu'uuf baallii qaban, bisaan hennaa gara dhiigaa jijjiiruu barbaadan maraa bala'aan lafa maraa dhayu'uuf baallii qaban.


Eegeen isaa urjii sami'ii sadi keessaa harka tokko gara lafaa gad-jisse. Jawweenillee hennaa dubbartittiin deette daa'ima isi'ii nyaachu'uuf dubartittii dayu'uuf taatu san afoo dhaabate.


Maleekkaan duraa xumbaa afuufe baradaa dhiigaan makameef ibiddatu uumame. Innillee gara lafaa darbame. Lafti harka sadi keessaa tokko hin gubatte. Munnillee harka sadi keessaa tokko hin gubate. Margi lalise maruu hin gubate.


Maleekkoonni afurii namoota sadi keessaa harka tokko akka ajjeessan, sa'aatii, guyyaa, ji'aa fi wogga'aafillee worri qophaayanii turan hin hiikkaman.


Badiin sadiin afaan isaanii ibiddaaf, aara dhagaa ibiddaatiin ajjeefame.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ