Mudhata Yohaannisii 8:7 - WAADAA LAMMATAA7 Maleekkaan duraa xumbaa afuufe baradaa dhiigaan makameef ibiddatu uumame. Innillee gara lafaa darbame. Lafti harka sadi keessaa tokko hin gubatte. Munnillee harka sadi keessaa tokko hin gubate. Margi lalise maruu hin gubate. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa7 Maleyikkaan jalqabaa xurunbbaa isaanii ka laali'ii ni afuufe, barada'aa fi dhiiginni ka itti wolitti makame ibidda ni ta'e, gara arddi'ii titti'llee ni gatame, harka sadihi keessa harki tokkoon arddi'ii ni gubate, mukkiin keessaa'llee harka sadihi keessaa harki tokko ni gubate, margi lalise marri'llee ni gubate. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu7 Maleekkaan duraa xumbaa afuufe baradaa dhiigaan makamee fi ibiddatu uumame. Innillee gara lafaa darbame. Lafti harka sadihi keessaa harki tokko hin gubatte. Munnillee harka sadihi keessaa tokko hin gubate. Margi lalise maruu hin gubate. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |