Mudhata Yohaannisii 8:5 - WAADAA LAMMATAA5 Maleekkaan girgiraa qabatee ibidda hulee ciinca'aatii itti guuteeti gara lafaa gadi darbe; laagaan gigissa'aatiif bakakka'aa dhagayamee laftillee hin sochoote. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa5 Kanaan duubatti maleyikkichi girgiraa qabatee furidda irraa ibidda itti guutee gara arddi'ii ni darbbeen, qoonqqa hangaasu'uu, bakakka'aa fi sochiin arddi'ii'llee ni ta'e. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu5 Maleekkaan girgiraa qabatee ibidda hulee ciinca'aatii itti guutee gara lafaa gadi darbe; laagaan gigissa'aatii fi ka bakakka'aa dhagayamee laftillee hin sochoote. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |