Mudhata Yohaannisii 8:11 - WAADAA LAMMATAA11 Bisaanillee sadi keessa harki tokko hin hadhaaye. Waan hadhaayeef miidhaa bisaaniitiin namoonni hedduu du'an. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa11 Maqaan urjjichaa'llee «Hadheeso» ni jedhama, harka sadihi keessaa harki tokkoon bishaanii'llee hadhaayaa ni ta'e, waayee bishaan hadaayaa ta'eetiin'llee, namoonni baayi'een ni du'an. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu11 Bisaanillee sadihi keessa harki tokko hin hadhaaye. Waan hadhaayeef miidhaa bisaaniitiin namoonni hedduu du'an. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |