Mudhata Yohaannisii 8:10 - WAADAA LAMMATAA10 Maleekkaan sadaffa'aallee xurumbaa afuufe. Urjiin guddaan akka shawa'aa gubatu sami'ii darbame. Lagootaaf bisaan burqa'aa sadi keessa harki tokko irratti kufe. Maqaan urji'iille Irreetoo jedhama. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa10 Maleyikkaan sadaffaa'llee xurunbbaa isaa ka laali'ii ni afuufe, urjjiin ol aanaan akka xomborra'aa titti gubatu'llee sami'ii ni kufe, ka kufe'llee harka sadihi keessaa harka tokkoo laggiin irrattii fi burqaawwan bishaanii irratti. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu10 Maleekkaan sadeesso'oollee xurumbaa afuufe. Urjiin guddaan akka shawa'aa gubatu sami'ii darbame. Laggiinii fi bisaan burqa'aa sadihi keessa harki tokko irratti kufe. Maqaan urji'iille Irreetoo jedhama. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |