Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Mudhata Yohaannisii 8:1 - WAADAA LAMMATAA

1 Hennaa chaappaa torbaffa'aa hiike haga wodhakkaa sa'aatii tokko samii irratti hin cadhifame.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Waadaa Haarawa

1 Hoolichi caaphaa torbaffaa yeroo banetti haga wolakkaa saa'aati'iif sami'itti caldhisiinssi ni ta'e,

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

1 Hennaa chaappaa torbeesso'oo hiike haga wodhakkaa sa'aatii tokko samii irratti hin cadhifame.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Mudhata Yohaannisii 8:1
14 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Isaanillee deemanii worra eegan woliin dhaqanii dhagaa awwaalaa irratti chaappeessanii eessisan.


Ka teessoo irraa ta'eef harka isaa ka mirgaa keessaa fi duuba irratti barreeffame barreeffama erbe'ee ka chaappaa torbaan cufame arge.


«Kitaaba fuutee chaappootallee hiikuun keeti, waan qalamteef dhiiga keetiin, Rabbiif, afaan maraa, gosa maraa, banii maraa keessaa namoota furtee; jeennata Waaqa keennaatiif gadicha akka ta'an gooteerta; adunyaa irrattillee hin mooyan» jedha'aa laagaa haarawaan faarfatan.


Hoolaanillee hennaa chaappaa torbaa keessaa tokko yoo hiiku arge; busaayaa arfan keessaa tokko laagaa gigissaa fakkaatuun «Koottuu» laali hennaa jedhu dhagaye.


Hennaa chaappaa jahaffa'aa hiiku, lafti guddiftee sochoote. Aduunillee akka mataa gaddaatitti gurraachatte.


Hennaa chaappaa lammaffa'aa hiike, busaayaan lammaffa'aa hennaa koottuu laali jedhu dhagaye.


Hennaa chaappaa sadaffa'aa hiike busaayaan saddaffa'aa hennaa «Koottuu! laali» jedhu dhagaye. Anillee hennaa fardi gurraachi bayu arge, ka isa irraa taa'eerullee waan madaaluun harkaa qaba.


Hennaa chaappaa arfaffa'aa hiike laagaan busaayaa arfaffa'aa koottuu laali hennaa jedhu dhagaye.


Hennaa chaappaa shanaffa'aa hiike, mi'a kennaa irratti dhiyeessan jalatti lubbuu worra dubbii Rabbii eeganii raganiif qalamanii arge.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ