Mudhata Yohaannisii 7:8 - WAADAA LAMMATAA8 Gosa Zaabloonii keessaa kuma kudha lama, gosa Yooseefii keessaa kuma kudha lama, gosa Biiniyaamii keessaa kuma kudha lamaatitu chaappeeffame. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa8 gosa Zaabiloonii keessaa kuma kudha lama, gosa Yooseefii keessaa kuma kudha lamaa fi gosa Biiniyaamii keessaa'llee, kuma kudha lama ni turan. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu8 Gosa Zaabiloonii keessaa kuma kudha lama; gosa Yooseefii keessaa kuma kudha lama; gosa Biiniyaamii keessaa kuma kudha lamaatitu chaappeeffame. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |