Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Mudhata Yohaannisii 6:8 - WAADAA LAMMATAA

8 Ammallee hennaa Fardi Hamarri bawu arge, ka isa yaabbateeru maqaan isaa du'a. Badiin bara baraa isa duukaa deeme guraade'een, beela, du'a bineensonni lafaa akka isa ajjeesan lafa irratti harka afurrii baalliin kennameef.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Waadaa Haarawa

8 Kuunoo farda hamara ni arge, ka farda yaabbatee jiru'llee maqaan isaa du'a ni jedhama ture, siiooli'llee isa ni horddofaan ture, du'aa fi siiooli'llee harka afur keessaa harka tokkoo arddi'ii lolaan, beelaan, dhibe'ee fi bineensota arddi'iitiin akka ajjeesaniif, aangoon isaanii ni kennameef.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

8 Ammallee hennaa fardi Hamarri bayu arge, ka isa yaabbateeru maqaan isaa du'a. Badiin bara baraa isa duukaa deeme guraade'een, beela, du'a bineensonni lafaa akka isa ajjeesan lafa irratti harka afurii baalliin kennameef.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Mudhata Yohaannisii 6:8
26 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Atillee Qifirnaahoom, haga sami'ii ol uf qabuu feetee? gara asaabaa hin buuta. Maalaleen si keessatti godhame uduu Soodomitti godhamee jiraatee, isiin silaa haga adhaa hin jiraatti.


Gofti gosatti, mootummaan mootumma'atti hin ka'a;, beellinii fi sochiin lafaa hulee adda addaatitti hin ta'a.


Akkasuma, «Du'a! woraanni kee meeti? Du'a! Mooyachuun kee meeti?» jedhamee dubbiin barreeffame hin raawwatama.


Hin sodaatin, ka duraatiif ka dhumaa jiraataan ana. Du'ee ture, kunoo baraa haga bara baraa ani jiraata'a, furtuu du'aatii fi ka asaabaallee hin qaba.


Eegeen isaa urjii sami'ii sadi keessaa harka tokko gara lafaa gad-jisse. Jawweenillee hennaa dubbartittiin deette daa'ima isi'ii nyaachu'uuf dubartittii dayu'uuf taatu san afoo dhaabate.


Maleekkoonni afurii namoota sadi keessaa harka tokko akka ajjeessan, sa'aatii, guyyaa, ji'aa fi wogga'aafillee worri qophaayanii turan hin hiikkaman.


Badiin sadiin afaan isaanii ibiddaaf, aara dhagaa ibiddaatiin ajjeefame.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ