Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Mudhata Yohaannisii 6:6 - WAADAA LAMMATAA

6 Busaayota arfan jiddu'utti qamadii haga wodhakkaa kiiloo tokkoo, garbuu diinaara sadihii diinaaraan zayiiti'ii fi woyinii hin miidhiin laagaa jedhu dhagaye.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Waadaa Haarawa

6 Bineensota arfan jiddu'uu waan baye ka fakkaatu qooniqqa ni dhagaye, qoonni kun, «Qamadii kiilogiraam tokko gayu mindaa guyyaa tokkoo, garbuu kiloo tokko gayu mindaa guyyaa tokkootiif haa ta'u, zayiiti'ii fi woyinnii garuu hin miidhin!» yoo jedhu, ni dhagaye.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

6 Laagaa busaayota afurii keessaa bayu fakkaatu dhagaye; laagaan sun, «Qamadiin kiiloo wodhakkaa mindaa guyyaa tokkoo; garbuun kiiloon tokkoo fi wodhakkaan mindaa guyyaa tokkoo haa ta'u; sayitii ejersaatii fi woyinii garuu hin balleessin» jedhu dhagaye.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Mudhata Yohaannisii 6:6
6 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Gofti gosatti, mootummaan mootumma'atti hin ka'a;, beellinii fi sochiin lafaa hulee adda addaatitti hin ta'a.


Afoo teessoo isaa waan galaana bilillee fakkaatu ka akka uf arga'aa qulqullaayeerutu jira. Wodhakkaa naannoo teessoo sanii bineensonni uumamaa afurtu jira. Isaanillee duraa duubaa ija qaban.


Busaayonni arfanuu koola jaha jaha qaban. Keessaa fi gubbaan isaanii ija heddu qaba. Isaan halkanii fi guyyaa uduu hara hin baafatin «Waaqa Gooftaa waa maraa danda'u, ka dur jiru, ka ammallee jiruu fi ka dhufu'uuf ta'u, Woyyuu, Woyyuu, Woyyuu!» jedha'aa faarfatan.


«Garboota Waaqa keennaa haga kallacha isaanii chaappeessinuuf lafa, galaana yookiin mukkiin hin miidhinaa'a» isaaniin jedhe.


Isaanillee namoota kallacha isaanii irra chaappaan Rabbii hin jirre callaa akka miidhan ajaje malee, waan lafa irra jiru maraa waan lalise yookiin muka kamiinillee akka hin miine isaanitti himan.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ