Mudhata Yohaannisii 6:5 - WAADAA LAMMATAA5 Hennaa chaappaa sadaffa'aa hiike busaayaan saddaffa'aa hennaa «Koottuu! laali» jedhu dhagaye. Anillee hennaa fardi gurraachi bayu arge, ka isa irraa taa'eerullee waan madaaluun harkaa qaba. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa5 Hoolichi chaaphaa sadaffaa yeroo banetti bineenssi sadaffaa, «Koottu!» yoo jedhu ni dhagaye, kunoo farda gurraacha ni arge, ka farda yaabbate'llee meeshaa ulfaatinna ittiin madaalli'ii harka isaa titti qabatee jira ture. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu5 Hennaa chaappaa sadeesso'oo hiike busaayaan sadeesso'oo hennaa «Koottuu! laali» jedhu dhagaye. Anillee hennaa fardi gurraachi bayu arge, ka isa irra taa'eerullee waan madaaluun harkaa qaba. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |