Mudhata Yohaannisii 6:4 - WAADAA LAMMATAA4 Fardi daamaan biraallee baye ka farda san irraa taa'ellee nagaya lafa irraa fudhatu'uuf namoonillee akka wol qalan baalliinii fi guraadeen guddaan kennameef. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa4 Ka bira'aa farddi diimaan ifaan ni baye, ka farda yaabbate nagaya arddii irraa akka dhabamisiisuu fi namoonni ufii isaaniitii akka wol fixan taasisu'uuf aangoon ni kennameef, biloofinni guddaan'llee ni kennameef. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu4 Fardi daamaan biraallee hin baye; ka farda san irraa taa'ellee nagaya lafa irraa fudhatu'uuf namoonnillee akka wol qalan baalliinii fi guraadeen guddaan kennameef. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |