Mudhata Yohaannisii 6:2 - WAADAA LAMMATAA2 Anillee midhadhee farda adii tokko afoo kiyyatti arge. Ka Farda san yaabbateeru eboo qabatee ture. Badhaasa kennameefii mooyata'aati moyyatu'uuf baye. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa2 Kunoo fardda adii ni arge, ka farda irra taa'ee jiru'llee xiyyaa qabatee jira ture, gonfataan'llee ni kennameef, inni'llee injifataa ta'ee moo'aa injifanno'oo gara injifanno'oo titti, deemu'uuf ni baye. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu2 Anillee midhadhee farda adii tokko afoo kiyyatti arge. Ka farda san yaabbateeru eboo qabatee ture. Badhaafni kennameefii Inni mooyataan mooyatu'uuf baye. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |