Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Mudhata Yohaannisii 6:16 - WAADAA LAMMATAA

16 Gaarranii fi dhagoonni, «Nu irratti kufaa'a lola ka teessoo irra ta'eetiif lola hoolaa Rabbii jalaa nu dhossaa'a.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Waadaa Haarawa

16 Gaarotaa fi dhagaayyi'iin'llee, «Nu golgaa! Ka teessoo irra taa'een duranaa irraa fi dheekkamssa Hoolichaa jalaa'llee nu dhossaa!

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

16 Gaarranii fi dhagaan, «Nu irratti kufaa'a lola ka teessoo irra ta'eetii fi lola hoolaa Rabbii jalaa nu dhossaa'a.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Mudhata Yohaannisii 6:16
21 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Yesuus deebisee, «Maarre atinuu jette. Haata'uu ammoo akkana isiniin jedha, amma irraa jalqabee Ilmi Namaa harka mirga Rabbii hunna qabuu ka samii taa'u duumessaanillee hennaa deebi'ee dhufu hin argitan» jedheen.


Innillee gar-jabeenna isaaniititti akka malee gaddee, aari'iin garagalee isaan laalee, namicha naafata'aan, «Harka kee diriirsi» jedheen. Namichillee harka ufii diriirse; harki isaallee hin fayye.


Hennaa san gaarotaan nurratti jigaa tullootaan ammoo nu dhossaa jechuu jalqaban.


Sami'ii fi waan samii keessa jiran, lafaa fi waan galaana keessa jiran, galaanaa fi waan galaana keessa jiran ka uumeef baraa haga bara baraa jiraataa ta'ee ka jiraatuun kakatee, «Ammaa achi hin turu!


Guraadee qaramaa worra Yihuudota hin taane ittiin dhayutu afaan isaa keessaa baya, innillee ulee sibiilaatiin isaan bulcha. Innillee daadhii woyini'ii ta lola hamaa Rabbii waa maraa danda'u itti cuunfatu san dhidhiita.


Teessoo gudda'aa fi adii ka isa irra taa'eerullee hin arge; Ardi'ii fi samiinillee isa afo'oo dheessan. Huleen isaanii hin argamne.


Anillee yoosuu Ayyaanaan guuttame; samii keessa teessoon kaayameera; teessoo san irra namatu taa'eera.


Teessoo san keessaa laagaa bakakka'aatii fi gigissa'aatitu baya. Teessoo isaa afoo ifaa ibiddaa torbatu ifa'aa ture. Isaanillee Ayyaannan Rabbii torban.


Busaayonnillee ka teessoo irraa ta'ee fi ka baraa haga bara baraa ka jireennaan jiraatu hennaa isaa ulfinna jaju'u fi galata kennaniif,


Ka teessoo irraa ta'eef harka isaa ka mirgaa keessaa fi duuba irratti barreeffame barreeffama erbe'ee ka chaappaa torbaan cufame arge.


«Gooftaa, dhuga'aa fi woyyuu keenna haga yoomii hin murteessitu? dhiigaa keenna worra lafa irra jiraatan harkaa maaf haluu nu hin baafne?» jedhanii laagaa gudda'aan iyyan.


Ji'oota sanniin namoonni du'a soqan. Haata'uu ammoo hin argatan, du'uu dharra'an duti ammoo isaan dheessiti.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ