Mudhata Yohaannisii 6:12 - WAADAA LAMMATAA12 Hennaa chaappaa jahaffa'aa hiiku, lafti guddiftee sochoote. Aduunillee akka mataa gaddaatitti gurraachatte. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa12 Kanaan duubatti Hoolichi chaaphaa jahaffaa yeroo banetti gara isaa ni laale, kunnoo sochiin arddi'ii ol aanaan ni ta'e, aduun akka uffata gurraacha gaddaa titti ni gurraachoftte, jiin marri'llee akka dhiigaa titti ni diimatte, အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu12 Hennaa chaappaa jaheesso'oo hiiku lafti guddiftee sochoote. Aduunillee akka uffata gaddaatitti gurraachatte. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |