Mudhata Yohaannisii 6:1 - WAADAA LAMMATAA1 Hoolaanillee hennaa chaappaa torbaa keessaa tokko yoo hiiku arge; busaayaa arfan keessaa tokko laagaa gigissaa fakkaatuun «Koottuu» laali hennaa jedhu dhagaye. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa1 Kanaan duubatti Hoolchi chaaphaawwan torbban keessaa ka jalqabaa yoo banu ni arge. Bineensota arfan keessaa'llee tokkochi qoonqqa akka hangaasu'uu qoonqqa gigissuun, «Koottu!» yoo jedhu, ni dhagaye. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu1 Kanaan maayessa hoolaan hennaa chaappaa torbaa keessaa tokko yoo hiiku arge; busaayaa arfan keessaa tokko laagaa gigissaa fakkaatuun «Koottuu laali» hennaa jedhu dhagaye. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |