Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Mudhata Yohaannisii 5:7 - WAADAA LAMMATAA

7 Hoolaan sunillee dhufee harka mirgaa ka teessoo irra taa'ee irraa kitaaba fudhate.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Waadaa Haarawa

7 Hoolchi'llee dhufeeti ka harka mirgaa ka teessoo irra taa'e irraa, kitaaba maramaa kaldho'oo ni fudhate,

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

7 Hoolaan sun dhufee harka mirgaa ka teessoo irra taa'ee irraa kitaaba fudhate.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Mudhata Yohaannisii 5:7
3 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Kun mudhata waan dafee ta'u'uuf ta'uu ka Rabbi garboota ufiititti mudhisu'uuf jedhee Yesuus Kiristoosii kenneef ka Yesuusillee Maleekkaa ufiitiin ergee garbicha ufii Yohaannisitti mudhise.


Ka teessoo irraa ta'eef harka isaa ka mirgaa keessaa fi duuba irratti barreeffame barreeffama erbe'ee ka chaappaa torbaan cufame arge.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ