Mudhata Yohaannisii 5:3 - WAADAA LAMMATAA3 Ardii, sami'itti, lafa jalattillee yoo ta'e kitaaba banuu yookiin laaluun eennullee hin danda'amne. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa3 Garuu sami'itti ta'ee ardi'itti yookiin ardi'ii gaditti'llee, kitaaba maramaa kaldho'oo banu'uu fi keessa isaa laaluu ka danda'ameef, eennu'llee hin turre. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu3 Ardii, sami'itti, lafa jalattillee yoo ta'e kitaaba banuu yookaan laaluun eennuullee hin danda'amne. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |