Mudhata Yohaannisii 4:3 - WAADAA LAMMATAA3 Ka teessoo san irra taa'eeru, bifti isaa akka dhagaa gatii guddaa Iyyaasphiidiiniitii fi sardinoonii calanqisee mudhata. Naannawa teessoo sanii funyaan karaabaa ka bifti isaa dhagaa maraagidii fakkaatutu jira. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa3 Teessoo irra taa'ee ka ture bifitti isaa, dooqa Yaasphisiitii fi Saardiyonii ni fakkaata ture, akkuma kana naannaya dooqa Sardiinoosii funyaan karaabaa ka fakkaatu dooqa Maaragidii ka fakkaatu funyaan karaabaa ni ture, အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu3 Ka teessoo san irra taa'eeru bifti isaa akka dhagaa gatii guddaa Iyyaasphiidiiniitii fi Sardinoonii calanqisee mudhata. Naannaya teessoo sanii funyaan karaabaa ka bifti isaa dhagaa Maraagidii fakkaatutu jira. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |