Mudhata Yohaannisii 3:8 - WAADAA LAMMATAA8 Hujii kee hin beeka afoo keetitti balbala baname sii kenneera. Eennullee cufuu hin danda'u, hunni kee hagamillee diqqoo yoo ta'e, dubbii kiyya eeddee maqaa kiyyallee hin waakkanne. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa8 Hujii kee ni beeka, eennuu'llee cufu'uuf ka hin dandeenne, balbala baname durana keetiin kaayee jira, huminni kee shiikkoo ta'uu ni beeka, haa ta'u malee dubbii tiyya eegiddee jirta, maqaa kiyya'llee hin waakkanne. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu8 Hujii kee hin beeka; afoo keetitti balbala baname sii kenneera. Eennullee cufuu hin danda'u; hunni kee yoo hagamillee diqqoo ta'e, dubbii kiyya eeddee maqaa kiyyallee hin waakkanne. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |