Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Mudhata Yohaannisii 3:19 - WAADAA LAMMATAA

19 Ani nama jaaladhu maraa hin loladhaan hin adaba. Kanaafuu qajeelii aagii gali.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Waadaa Haarawa

19 Ani worra isaan jaaladhu marattuu ni baanadha, isaan'llee ni adaba, kanaaf dammaqi, dhiifamaan gara Waaqaa'llee deebi'i,

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

19 Ani nama jaaladhu maraa hin loladhaan; hin adaba; kanaafuu qajeelii aagii gali.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Mudhata Yohaannisii 3:19
31 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Hennaa san babbareeddan sunniin maruu ka'anii ibsaa ufii qopheeffatan.


Darasoonni isaallee, «Hinaaffaan mana keetii, akka ibiddaa na guba» jedhamee ka barreeffame qaabatan.


Huji'itti jabaadhaa malee, hin ceem'inaa'a; worra Ayyaanaan oo'itan ta'aa'a Goofta'aaf ajajamaa'a.


Haata'uu ammoo hennaa nutti murteeffamu, adunyaa woliin akka nutti hin murteeffamne, Gooftaan nu gorsa.


Worra hin beekkamne uduu jedhamnu nu ammoo worra beekkame. Waan duunu uduu fakkaannu nu ammoo jiraattota; hin adabamna malee hin ajjeefamnu.


Gaddi akka fedha Rabbii ta'e kun jabaachuu attamii, deebii attamii, lola attamii, sodaa attamii, yaaduu attamii, hinaaffaa attamiitii fi gadoo bayuu attamii isin jiddu'utti godhe. Waan kanaan woyyoota akka taatan waan maraanuu hubachiiftaniirtan.


Haata'uu ammoo, hennaa ani isin bira jiru callaa uduu hin ta'in, hennaa maraa waan misha'aaf worra barbaadaman uduu taatanii misha'a.


Qorichi keenna hammeenna maraa jalaa akka nu furu waan misha'aa fi qajeelaa godhu'uuf banii isaaf ta'u ufiif qulqulleessu'uuf lubbuu ufii nuu kenneera.


Namni ataabee keessatti ciniinnatu eebbifama'a. Inni hennaa ataabameen maayessa gatii jireennaa yookiin badhaasa Rabbi worra isa jaalatuuf waadaa gale san hin fudhata.


Eeganaa maal irraa akka kufte yaadadhu. Aagiillee gali hujii kee ka duraa san hojjadhu. Yoo cubbuu irraa deebi'uu baatte sitti dhufee baattuu ibsa'aa kee hule'ee fuudha.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ