Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Mudhata Yohaannisii 3:17 - WAADAA LAMMATAA

17 ‹Ani qabaata'a, dureessallee ta'eera, womaa na hin barbaachisu waan jettuuf hiyyeessa deegaa, hiyyessa balla'aa fi ka qullaa hafte ta'uu kee waan hin beenneef.›

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Waadaa Haarawa

17 ani dureessa, qabeenna baayi'ee ni qaba, wonitti natti dhidhatu womaayyuu hin jiran ni jetta, garuu miidhamaa, gad aanaa hiyyeessa, jaama'aa fi ka qullaa jirttu ta'uu kee hin beekittu,

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

17 ‹Ani qabaata'a; dureessallee ta'eera; womaa na hin barbaachisu waan jettuuf hiyyeessa deegaa, hiyyeessa balla'aa fi ka qullaa hafte ta'uu kee waan hin beenneef.›

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Mudhata Yohaannisii 3:17
26 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

«Worri Ayyaanaan hiyyeeyyii ta'an, worra eebbifame, Jeennanni sami'ii ta isaanii waan taateef!


Yesuus hennaa kana dhagaye, «Dhukkubsattootaaf malee, worra fayyaa qabaniif ogeessi qorichaa isaan hin barbaachisu jedhe.


Worra beelayanillee waan misha'aan isaan quubsee, dureeyyiillee harka duwwaa geegesse.


Haata'uu ammo, «Isin worri amma dureeyyi'ii isin aanne'e; gatii keessan fudhattaniirtan.


Sun dhugaa'a; isaan amanuu dhabuu isaaniitiin caban; atillee sababaa amantaa keetiitiin dhaabatteerta; sodaadhu malee, waan uf jaju'uu hin yaadin.


Obboleeyyan tiyya! worra qalbii qaban akka isinitti hin fakkaanne dhossaa kana akka beettan barbaada; haga worri Yihuudota hin taane gara worra Yihuudotaatitti guutumaan guutu'utti eda'amaniif, worri Israa'elii gariin hadoodeera.


Akkasuma isin martinuu haga amantaa Rabbi isinii kenneetiin akka yaaddaniif malee, haga yaaduu barbaachisuu olitti uf jaju'uun waan keessaniif hin yaadinaa'a jedhee, badhaadha naa kennameen isinitti dubbadha.


Ani nama rakkataa attamiiti, nafa du'aaf kenname kana jalaa eennutu na hanbisaa?


Worri waan kanniin hin qabne jaamoota, worra waan dhiyoo jiru callaa argu. Cubbuu dura irraa qulqullaaye san irraanfateera.


«Ani akka hattu'uu ta'ee dhufa! akka qullaa hin deemne saala isaallee akka hin argine, ka dammaqee uffata ufii eegu ka eebbifame!»


Rakkinna keetiif hiyyummaa kee hin beeka. Haata'uu ammoo ati dureessa, arraba worra uduu Yihuudii hin taane nu Yihuudi'i ufiin jedhan san hin beeka isaan woldaa seexanaati.


Akkanumaan buukanaayaa waan taateef qabbanaayaa yookiin oo'aa waan hin taaneef, Afaan kiyya keessaa si tufu'uuf ta'a.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ