Mudhata Yohaannisii 22:8 - WAADAA LAMMATAA8 Kanallee ka arge ana Yohaannis, hennaa dhagayee fi arge; hennaa kana natti mudhise, luka maleekka'aa afo'otti sagadu'uuf gad kufe. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa8 Wonittoota kanniin ka dhagayee fi ka arge ani Yohaannisii, wonittoota kanniin yeroo dhagayee fi argetti maleyikkicha wonittoota kanniin natti muldhisee sagadu'uuf, miila isaa jalatti ni kufe. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu8 Kanallee ka arge ana Yohaannis; hennaa dhagayee fi arge, hennaa kana natti mudhise, luka maleekka'aa afo'otti sagadu'uuf gad kufe. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Woldoota Kiristaanaa torban biyya Isiya'aa keessa jiraniif, Rabbii dur ture, ka ammallee jiru, ka dhufu'uuf ta'uuf, Ayyaanota torban, teessoo jeennata isaa afoo jiran biraa, akkasuma Yesuus Kiristoos ragaa dhuga'aa amanamaa ka worra du'an keessaa hangafa ta'ee kaafameef, Yohaannisii bulchaa mootota lafa kanaa ta'e irraa badhaadhumma'aa fi nageenni isiniif haa ta'u. Ka nu jaalatee cubbuu keenna irraa dhiiga ufiitiin nu dhiqee bilisa nu baasee,