Mudhata Yohaannisii 22:10 - WAADAA LAMMATAA10 Anaanillee, «Barri dhiyaateera, dubbii raagaa ka kitaabaa kana chaappa'aan hin cufin. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa10 Itti aansee'llee akkana naan ni jedhe, «Yeroon isaa ka dhiyaate waan ta'eef, dubbii raagaa ka kitaaba kanaa chaapha'aan hin cufiin, အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu10 Anaan, «Barri dhiyaateera, dubbii raagaa ka kitaabaa kana chaappa'aan hin cufin. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |