Mudhata Yohaannisii 22:1 - WAADAA LAMMATAA1 Baadaa isi'ii jidduu teessoo Rabbiitiif teessoo Hoola'aa waan akka bilille'ee callanqisu laga bisaan jireennaa natti mudhise. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa1 Kanaan duubatti maleyikkichi Waaqaa fi teessoo Hoolchaa biraa ka bayu, akka daawi'tee ifuu titti qulqulluu ka ta'e laga bishaan jireennaa natti ni muldhise, အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu1 Kanaan maayessa maleekkaan bayima isi'ii jidduu teessoo Rabbiitii fi teessoo Hoola'aa waan akka bilille'ee calanqisu laga bisaan jireennaa natti mudhise. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |