Mudhata Yohaannisii 21:9 - WAADAA LAMMATAA9 Maleekkaa torbaa ka mijuu balaa torbaa qabatan keessaa tokko gara kiyya dhufee, «Asi koottu, Idaayyittii Hoolaa Rabbii sitti mudhisaa» naan jedhe. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa9 Balaawwan torbban muumme'ee ka itti guutaman duloowwan torbaan, qabatanii ka maleyikkoota torbaan keessaa tokko dhufee, «Koottu! Haadha worraa Hoolchaa ka taate idaayyittii sitti ni muldhisaa» naan jedhe. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu9 Maleekkota torbaa ka mijuu balaa torbaa qabatan keessaa tokko gara kiyya dhufee, «As koottu! Idaayyittii Hoolaa Rabbii sitti mudhisaa» naan jedhe. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |