Mudhata Yohaannisii 21:6 - WAADAA LAMMATAA6 Ani Aalfa'aa fi oomeega'a, jalqabaa fi dhuma; ka dheebote burqaa jireennaa irraa akkanumaan kennaaf. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa6 Kanaan duubatti'llee akkana naan ni jedhe, «Raawwatamee jira! Alfa'aa fi Omeegaan, ka jalqabaatii fi ka muumme'ee'llee ana, ka dheeboteef bishaan burqqaa jireennaa irraa gatii tokko malee bilisaan ni kennaaf, အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu6 Kanaan maayessa akkana naan jedhe, «Raawwatameera! Ani Aalfa'aa fi oomeega'a; jalqabaa fi dhuma; ka dheebote burqaa jireennaa irraa akkanumaan kennaaf. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |