Mudhata Yohaannisii 20:8 - WAADAA LAMMATAA8 Worri Yihuudii hin taane gosa Gogii fi Magoogiin dogoggorsu'uuf kallattii lafaa arfanii bayan. Laakkofsi isaanii akka xindhacha qarqara galaanaati. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa8 ummatoonni arddii mara irratti arigaman jechu'uun, Googii fi Mangoogiin dogoggorssiisu'uu fi woraanaaf'llee hirmaachissu'uuf ni baya, laakkofssi isaanii'llee akka cirracha garba ciisaa biratti, အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu8 Worri Yihuudii hin taane gosa Gogii fi Magoogiin dogoggorsu'uuf kallattii lafaa arfanii bayan. Laakkobsi isaanii akka xindhacha qarqara galaanaati. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |