Mudhata Yohaannisii 2:4 - WAADAA LAMMATAA4 Haata'uu ammoo waan sirratti ceem'u qaba. Jaalala tee ta duraa san waan dhiifteef. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa4 garuu waan sitti ashu tokko ni qaba, kun'llee jaalala kee ka duraanii dhiifittee jirta, အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu4 Haa ta'uu ammo waan si irratti ceem'u qaba. Jaalala tee ta duraa san waan dhiifteef. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Ulfinnaa fi galanni Rabbiif, daraaraan qajeellumma'aa ka Yesuus Kiristoosiin irraa argamu isin keessa guutee, guyyaa gaafa Kiristoos dhufuutitti qophooftanii, qajeellootaa fi mudaa malee akka taataniif waan mishaa qorattanii akka jaalattan, jaalalti teessan beekkomsaa fi hubannaa maraan ka duraa caalaa guddatee akka badhatu ani kana isinii kadhadha.