Mudhata Yohaannisii 2:3 - WAADAA LAMMATAA3 Ati maqaa kiyyaaf jettee obsitee uduu hin dadhabin dhaabatteerta. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa3 Obissaan jajabaattee dhaabachuu keetii fi waayee maqaa kiyyaatiif'llee uduu hin hifatin rakkinna fudhachuu kee'llee ni beeka, အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu3 Ati maqaa kiyyaaf jettee obsitee uduu hin dadhabin dhaabatteerta. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Eeganaa raattota hagana gayan, naannaya kenna eeganuu jiraatan, nullee akkasuma ba'aa maraa, cubbuu daddafee nu marsu balleessinee, Yesuusii mataa amantaa keennaatii fi raawwataa ta'e laala'aa, fiigicha afoo keenna jiru obsaan haa fiinnuu. Inni salphinna tuffatee gammachuu afoo isaa jiruuf fannoo irratti obsee teessoo mirga Rabbii waan taa'eeruuf.