Mudhata Yohaannisii 2:24 - WAADAA LAMMATAA24 «Isin worra Tiyaaxiroon keessatti barumsa isi'ii hin hordofneef worra, ‹Dhossaa guddaa seexanaa› jedhamuu uduu hin baranne haftaniin ammoo akkana jedha, ba'aa biraa isinitti hin fe'u; အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa24 «Tiyaaxiroonii ka jirttan ergaa badaa kana worra hin fudhatin maraaf, akkuma kana tokko tokko, ‹dhossaa sheexanaa ka gad fago'ooti› ka jedhaniin, isin worra hin horddofinitti, fe'aa bira'aa isinitti hin fe'u, အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu24 «Isin worra Tiyaaxiroon keessatti barumsa isi'ii hin hordofneef worra, ‹Dhossaa guddaa seexanaa› jedhamu uduu hin baranne haftaniin ammo akkana jedha; ba'aa biraa isinitti hin fe'u; အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |